Wallagga, Saasiggaatti Namni Lama Wareegame,FXG Har’as Godina Hundatti Itti Fufe‏

Gurraandhala 24,2016 Godina walagga bahaa aanaa Saasiggaa bakka addaa qonnaa Baloo jedhamutti guyyaa lama dura barattootni maqaan isaanii armaan gaditti argamu waraana wayyaaneen ajejefamaniidha.
1. Amanuel Tarrafee Boggaalee barataa kutaa 11fffaa
2. Caalaa Moosisaa kan jedhaman
Barattootni kun lamaan guyyaa FXG aanaa Saasiggatti gaggeeffame yoo wareegaman kanneen madeeffaman hedduu tahanis kan maqaan isanii nu
qaqqabe Galataa Nagaroo kan jedhamu yeroo ammaa hospitaala Naqamteetti argama. Haaluma kanaanis FXG har’a godinuma kana aanaa Saasiggaa gandoota garagaraatti itti fufee jira.
Godina Booranattis FXG dhowee humni waraana wayyaanee dhukaasa uummata irratti banaa jira. Ganama kana irraa kaasee itti fufeera.

1 thought on “Wallagga, Saasiggaatti Namni Lama Wareegame,FXG Har’as Godina Hundatti Itti Fufe‏

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s