FXG Ka’een Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Raaree Magaalaa Gooban Jedhamu Keessatti Namni 3 Madaa’anii Dargaggoo Shallamaa Jedhamu Ammoo Mirga Sabaaf Jecha Wareegamee Jira.

Amajjii 22,2016 Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Raaree Magaalaa Gooban jedhamu keessatti uummatni fi dargaggootani Oromoo Warraaqsaa jabeessuun sadii madeeffaman namni tokkoo lubbuun Wareegame jira.

Warraaqsii kun aayyaanaa Cuuphaa irratti uummata irratti mootummaan Wayyaanee waraanaa bobbaasuun uummatni FXG narratti
jabeessaa jira jechuun uummata goolaa utuu jiruu uummatni fi dargaggootni walta’uun dura dhaabbachuun FXG daran jabeessuun itti
fufuun kanaan booda mootummaa Wayyaanee fi OPDO ergamtuu Wayyaanee uummata keenya irratti waraana labsitee nu fixaa jirtu jalatti hin
bullu jechuun FXG daran jabeessuun dhaadannoo fi Wallee warraaqsaa Oromiyaa, Gootota Oromoo fi ABO faarsuun sirna abbaa irree
balaaleffatan, Mootummaan Wayyaanee uummata irratti dhukaasaa banuun ilmaan Oromoo sadii madeessuun tokko immoo kan wareegame ta’uu madden gabasan.
Ilmaan Oromoo Wareegaman Keessaa Dargaggoo Oromoo Shallamaa jedhamu kan Wareegame yoo ta’uu namootni sadii immoo Madeeffamuu madden keenya gabaasan.

1 thought on “FXG Ka’een Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Raaree Magaalaa Gooban Jedhamu Keessatti Namni 3 Madaa’anii Dargaggoo Shallamaa Jedhamu Ammoo Mirga Sabaaf Jecha Wareegamee Jira.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s