Amajji 18,2016
Baha Wallaggaa Qopha’ina Naqamte,
Wamaa Hagaloo
Magaalaa Moxe, Ganda Baataa,Magaalaa Qassoo,Magaalaa Killoo,Ganda Baabbaa Kofalee keessatti sochiin FXG haalaan finiinsaa turan. Akkasuma Waamaa Hagaloo Baataa keessatti kannen jalee mootummaa ta’an irratti tarkanfi ummati fudhatee madoo taasisan
Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist