Amajjii 14/2016 Godina Lixa Shaggar Aanaa Baakkoo Tibbeetti warraaqsi FXG Daran Jabaachuun itti Fufee, Mootummaan Wayyaanee raafama seene jira.‏

Baakkoo TibbeeAmajjii 14,2016 Godina Lixa Shaggar Aanaa Baakkoo Tibbeetti warraaqsi FXG Daran Jabaachuun Uummatni fi Dargaggootni Qeerroon Oromoo Gamtaa isaa jabeessuun warraaqsaan Mootummaa Wayyaanee OPDO ergamtuu Uummata Oromoo ficcisiisaa jirtu jalatti jilbeeffannee hin bulluu jechuun Dhaadannoo Qabsoon hanga bilisummaatti Mirgi hiree murteeffanna keenyaa fi Mirgootni Dimookiraasii fi Namummaa uummata Oromoof haa kabajamuu, Angawootni Wayyaanee Uummata nagaa irratti waraana ajajuun uummata siivilii ajjeesisaa jiran Angoo gadhiisuun seeratti dhiyaachuu qabu, imaan oromoo jumlaan hidhaatti guuraman haalduree tokko malee hidhamtootni Oromoo hundi sababaa Oromummaa fi Siyaasaan hidhaman hiikamuu qabu jechuun FXG Oromiyaa godinaalee cuifa keessatti jabaatee itti fufe jira.

1 thought on “Amajjii 14/2016 Godina Lixa Shaggar Aanaa Baakkoo Tibbeetti warraaqsi FXG Daran Jabaachuun itti Fufee, Mootummaan Wayyaanee raafama seene jira.‏

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s