Poolisoonni Federaalaa Wayyaanee Wallagga Magaalaa Jaarsoo Keessatti Walgahii Kaabinoota OPDOf Taasisan Irraatti Hunda Irraa Bilbila Harkaa Funaanuun Beekame.

Waajjira Bulchiinsa Jaarsoo Amajjii 11, 2016

Waajjira Bulchiinsa Jaarsoo Amajjii 11, 2016

Amajjii 11,2016 Godina Wallagga Lixaa anaa Jaarsoottii qondaaltonnii OPDO wal shakkii cimaa keessaa seenuun walgahii  galgalaa taa’uun kaabinoonni hundi bilbila harkaa isaanii harkaa sassaabamuun walgahicha akka seenan taasifame. Walgahicha kan gaggeessuu poolisoota Federaalaa naannoo biroo irraa dhufan yeroo ta’u kaabinoonni OPDO walgahicha seenan hundi bilbila harkaa isaanii harkaa fuudhamee akkasumas sakatta’amee ta’uun beekamee jira.

Walaghiin kun kan ta’aa jiru Aanaa Jaarsoo magaalaa Jaarsoo waajira bulchiinsaa keessatti.

 

1 thought on “Poolisoonni Federaalaa Wayyaanee Wallagga Magaalaa Jaarsoo Keessatti Walgahii Kaabinoota OPDOf Taasisan Irraatti Hunda Irraa Bilbila Harkaa Funaanuun Beekame.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s