Warraaqsii Biyyoolessaa Oromiyaa Fincillii Xummuraa Gabrumaa(FXG) daran jabaachuun itti fufe!‏

diddaa9 Mudde 30,2015 Godina Horroo Guduruu wallagaa Aanaa Amuuruutti Warraaqsii Fincila Xummura Gabrummaa (FXG)n daran Jabaachuun itti Fufe; Ajjeechaan jumlaa,hidhaa fi Waraanni Nurratti labsamee kaafamee hangaa Gaaffii mirgaa abbaa biyyummaa fi Master pilaaniin Finfinnee fi labsiin Magaalotaa oromiyaa Labsiin Haqamutti warraaqsaarraa takka duubatti hin deebinu jechuun Uummatni Oromoo Horroo Guduruu Aanaa Amuuruu gurraa haradhaa Warraaqsaa finiinsaa olan, haalumaa walfakkaatuu dheengaddaa Aanaa Guduruu Magaalaa Gabatee keessattis warraaqsii FXG jabachuun kan itti fufe yoo ta’uu, humnni waraanaa uummata jumlaan hidhuu fi ukkaamsee gara dabarsuu fi ajjeechaa yakka waraanaan uummata Siivilii irratti fudhatamu jabeessuun itti fufuun Uummatni Oromoo Magaalaa Kombolchaa, Magaalaa Fincaa’a fi Magaalaa suluula Finca’aa bakka warshaa sukkaraa finca’aatti humni waraana ittisa biyyaa uummata irra qubsiifamee halkanii guyyaa uummata dararaa jiraachuun gabaafame jira.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s