Oduu Injifatnoo:- Qellem, Anfilloo Gandi Garjeedaa Toohannoo Uummataa Jala Jirti. Poolisoonni Wayyaanee Reebamanii Gandicha Gadhiisan, Hidhamtootni Mana Hidhaatii Uummataan Gadhiifaman!‏

Godina Wallagga Qellem, Aanaa Anfilloo ganda Garjeedaa jedhamutti Muddee 21/2015 FDG uummataan dhoween uummanni poolisootaa fi kaabinoota wayyaanee irratti tarkaanfii fudhateen ganda Garjeedaa keessaa arga ari’een booda hidhamtoota tokko osoo hin hambifnee mana
hidhaa keessaa yaasee jira.
Akka gabaasni Qeerrroo nugahe ibsutti uummanni sirna wayyaanee of keessaa baasuu qabna jechun tokkummaadhaan barattoota waliin
poolisoota wayyaanee irratti tarkaanfii fudhate. Poolisoonnis sodaa uummataan dhukaasa banuun lubbuu isaaniin uummata jalaa baqatanii
bahan, uummanni hidhamtoota mana hidhaa keessa jiran erga yaaseen booda bulchiinsa mataa ofiin of bulchaa jira. Yeroo ammaa Garjeedi
bakki gabaa kamisaa fi sanbataa jedhamee waamamu toohannoo uummataa jalatti argamti. Manni hidhaa banamee hafe. Alaabaan biyya Itoophiyaa bakka bu’u gadi bu’ee jira. Yeroo kana fakkaattii fi ergamtuun Wayyaanee magaala Garjeedaa keessatti hin argamtu.

2 thoughts on “Oduu Injifatnoo:- Qellem, Anfilloo Gandi Garjeedaa Toohannoo Uummataa Jala Jirti. Poolisoonni Wayyaanee Reebamanii Gandicha Gadhiisan, Hidhamtootni Mana Hidhaatii Uummataan Gadhiifaman!‏

  1. Pingback: Oduu Injifatnoo:- Qellem, Anfilloo Gandi Garjeedaa Toohannoo Uummataa Jala Jirti. Poolisoonni Wayyaanee Reebamanii Gandicha Gadhiisan, Hidhamtootni Mana Hidhaatii Uummataan Gadhiifaman!‏ – GibeTube.com

Leave a Reply to Megersa Bedada Cancel reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s