FDGn Oromiyaa Itti Fufee Oole Magaalaan Jaarsoo Godina Lixa Wallaggaatti Argamtu Keessatti Barattooti Mormii Sirna Wayyaanee EPRDF Dhageessisaa Oolan.

Sadaasa  26,2015 Gabaasa Qeerroo Jaarsoo

Maddi oduu Qeerroo akka ibsutti barattooti Mana barnootaa Jaarsoo Sadarkaa duraa,Sadarkaa 2ffaa,qophaa’inaafi Kolleejjii teeknikaa fi ogummaa Jaarsoo sa’atii jahaa hanga sagaliitti FDG irra irra turan

  1. Maaster pilaaniin Finfinnee gokuma hojiirra hin ooluQaami barattoota Oromoo fi hawaasa Oromoo bara 2014 ajjeese seeratti dhiyaatee itti gaafatama haa fudhatu
  2. Dhagaa hoofii,warqee,meerkurii fi albuuda oromiyaa kamuu saamuun hadhaabbatu
  3. Miidiyaan Afaan amaaraan Oromiyaa keessatti tamsaasan haa dhaabbatan
  4.  Biyya Abbaa keenyaa irratti TPLFn ajjeesamuun keenya haa dhaabbatu.
  5. ABOn Kallacha Qabsoo Oromoo waan ta’eef akka inni nu bulchu barbaadna.
  6. Barattooti,hojjettooti,daldaltooti fi hawaasi Oromoo wayyaaneedhaan mana hidhaatti guuramee jiru haa lakkifamu
  7. Baaburri minilik maqaa minilikiin Oromiyaa keessa akka hin qaxxaamurre

Oromoon Afaan Oromoo Afaan hojii federaalaa taasisuu Caalaa mirga hire murteeffannaa ofii waan barbaaduuf mirgi hire murteeffannaa keenyaa nuuf ha eegamu

4 thoughts on “FDGn Oromiyaa Itti Fufee Oole Magaalaan Jaarsoo Godina Lixa Wallaggaatti Argamtu Keessatti Barattooti Mormii Sirna Wayyaanee EPRDF Dhageessisaa Oolan.

  1. FDG gabrummaa hanga ummanni Oromoo wayyaanee cabsee bilisummaa goonfatutti itti fufa.Ah!!!!!! jabaadhaa lammii koo dhaabbatatti du’uu irra falmatanii du’uu wayyaa.
    Har’a lafa Oromiyaa Invastimantiin Oromoo irraa buqqaasanii tujjaarota biyya adda addaatti gurguratanii cal jennaan isaanumtuu adda hiratanii dhaloota Tigree dadala lafaa barsiisuun haala miijataa uumuuf Maastar pilaanii jedhanii Kaartaa Oromiyaa lyhafa irraa balleessuuf deemani.Itti aansuudhaan Oromummaadha lafa irraa balleessuuf deemani.kanaaf teenyee yeroon itti eegnu hin jiraattu.

  2. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s