Dhimmi Master Plaanii fi Saamichi Lafaa Tooftaa Jijjiirratee Deemaa Jiru Dura Tokkummaan Dhaabbachuuf Qonnaan Bulaa, Barataa fi Hojjettooti Shaggar Kaabaa‏ Jiraatan Ibsan

Adoolessa 22,2015 Finfinnee Qonnaan bulaa, barataa fi hojjetaan garagaraa shaggar kaabaa aanaa Kuyyuu, Sulultaa, Caancoo, Akaakoo fi kanneen biroonis godina addaa dabalatee dhimmi Master Pilaanii deebi’ee ka’uu hin qabu jechun walitti dhufuun kana duras dhaabbachuuf of qopheessuu Qeerroon gabaasee jira. … Continue reading Dhimmi Master Plaanii fi Saamichi Lafaa Tooftaa Jijjiirratee Deemaa Jiru Dura Tokkummaan Dhaabbachuuf Qonnaan Bulaa, Barataa fi Hojjettooti Shaggar Kaabaa‏ Jiraatan Ibsan