Caamsaa 24/2015 Mooraan Yuunibarsiitii Jimmaa, Mattuu, Wallaggaa, Amboo, fi Dirree Dawaa addatti humni waraanaa guddaan itti seenee jira.

Caamsaa 24/2015 Gabaasa Qeerroo Jimmaa,

img101861

Jimmaa

Qeerroon Bilisummaa Oromoo barruulee warraaqsaa belbetuu qabxiiwwaan armaan gadii of irraa qabduu Mooraalee Yuunibarsiitii biyyaatti hundarra facaasuun mootummaa Wayyaanee raafama guddaa keessa galche jira. waraanni wayyaanees bifa lamaan mooraa Yuunibarsiitii seenaa jira, inni tokko uffata sivilii uffachuun, inni lammaffaa immoo hidhannoodhan, barruulee qeerroon facaasaa jiruu adamsuufis lafa waranni kun hin seeniin hin jiru, qabxiiwwaan barruu qeerroo irra jiru muraasni isaa: 1. Dimookiraasiin hin jiru, filannoon hin jiru (No Democracy in Ethiopia and no fair and free election in Ethiopia)
2. Gaaffii mirga abbaa biyyummaa uummata Oromoof deebiin kennamuu qaba.
3. Ilmaan Oromoo jumlaan hidhaman gaaffii tokko malee hiikamuu qabu.
4. Mootummaan Ce’umsaa hundeeffamee, filmaanni demookiraatawaa ta’ee fi haqaa fi bilisa irratti hundaa’ee akka gaggeeffamu jabeessinee gaafatna.
5. Nuti Qeerroon dargaggootni barattootni Oromoo bilisummaa fi dimookiraasii barbaadna, hanga Oromoon bilisoomuu fi Oromiyaan Walaboomtutti FDG jabaatee itti fufa.
6. Waranni nagaa biyyaa,fi daangaa biyyaa eeguuf ijaarame malee dhaaba siyaasaa tokkitti EPRDF/TPLF eeguuf hundeeffame diigamuu qaba.
7. Humni waraanaa Mooraa Yuunibarsiitii seenee barattoota gooluun yakka. waraannii uummata keenya irra qubsiifame kaafamuu qaba, barruun jedhuu mooraalee dhaabbilee barnootatti raamsuun wal qabatee wayyaaneen lafa seentuu dhabuun humna waraanaa guddaa mooraalee Yuunibarsiitiitti ol seensisuuf dirqamtee jiraachuun gabaafame.. gabaasaan itti fufa!!

4 thoughts on “Caamsaa 24/2015 Mooraan Yuunibarsiitii Jimmaa, Mattuu, Wallaggaa, Amboo, fi Dirree Dawaa addatti humni waraanaa guddaan itti seenee jira.

  1. Pingback: Oromo | Oromia: Gadaa.com-FinfinneTribune QEERROO: Caamsaa 24/2015 Mooraan Yuunibarsiitii Jimmaa, Mattuu, Wallaggaa, Amboo fi Dirree Dawaa addatti humni waraanaa guddaan itti seenee jira |

  2. Pingback: Déjà vu in Ethiopia’s May 24, 2015 Sham Elections: Marred by rampant electoral fraud, malpractice and violence by the ruling TPLF to stay on and maintain the 24 years tyrannic rules | OromianEconomist

  3. Pingback: Déjà vu in Ethiopia’s May 24, 2015 Sham Elections: Marred by rampant electoral fraud, malpractice and violence by the ruling TPLF to stay on and maintain the 24 years tyrannic rules | OromianEconomist

  4. Pingback: Déjà vu in Ethiopia’s May 24, 2015 Sham Elections: Marred by rampant electoral fraud, malpractice and violence by the ruling TPLF to stay on and maintain the 24 years tyrannic rules | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s