Ebla 30, 2015 Finfinnee Har’a dhaabbileen barnootaa barumsa dhaabuudhaan hucuu gaddaa uffatanii barattoota waggaa darbe wareegaman yaadachuu fi akkasuma addatti uummata Oromootiin yaadannoon gaddaa dhiyoo biyya Liibiyatti namoota ajjeefaman kan lammiin Oromoo keessa jiru irratti ta’e gaddaa jirama. Ebla 30,2015 … Continue reading Breaking News:- Oromiyaa Bakkoota Garaa Garaa Keessatti Barattooti Manneen Barnootaa Dhaabuun Oromoota FDG 2014 Irratti Wareegamanii fi Lammiilee Liibiyaatti Dhumaniif Uccuu Gaddaa Uffachuun Yaadachaa Jiru.
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed