Warraaqsi Bilisummaa Oromoo Yuuniversitii Wallaggaa Keessatti Ganama Har’aa Irraa Jalqabee Itti Fufe.

Gootonni barattooti Oromoo mooraa Yuuniversitii Wallaggaa har’a Bitootessa 11,2015 irraa jalqabanii gaaffii mirgaa mootummaa Wayyaaneetti dhiheeffatan akka deebii argatuuf jecha FDG itti fufanii jiru. Mooaraan Yuuniverstii Wallaggaa dhadatnoo fi sirboota Warraaqsaan gootamtee jirti,Poolisoonni Wayyaaneen keeessa mooraa fi alaan hidhatnoo guutuun … Continue reading Warraaqsi Bilisummaa Oromoo Yuuniversitii Wallaggaa Keessatti Ganama Har’aa Irraa Jalqabee Itti Fufe.