Bitootessaa 11,2015, Godina Jimmatti Sochiin Warraaqsa FDG gootota dargaggoota Qeerroo barattoota Oromootiin qabsiifamuu eegale jabaachuun gara uummata Oromoo baadiyyaa godina Jimmatti babal’acha jiraachuun walqabatee mootummaan Wayyaanee sabboontota ilmaan Oromoo nagaa qabee mana hidhatti darbaa jira. Motummaan Wayyaanee waan qabee gadhiisuu … Continue reading Godina Jimmaa Aanaa Shabee Somboo fi Ganda Baachoo Booree Keessatti Diddaan Sirna Wayyaanee Gaggeefamaa Oole,Barsiisoti Oromoo Ta’anis Sababa Kanaan Qabaman.
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed