Wal Quunamtii Uummata Jidduu Kutuuf Jecha Dhaabbati Tajaajila Bilbila Itiyoophiyaa Godinoota Oromiyaa fi Beneshangul Gumz Tajaajila Bittaa Siim Kaardii Dhorkataa Jira.

IMG_20150309_101911Gabaasa Qeerroo Naqamtee,Bitootessa 9,2015, Dhaabbanni Ethio Telecommunication jedhamu Oromiyaa godinoota adda addaa fi naannoolee Beeneshangul Gumuz tajaajila bilbilaa dhorkachaa jira. Addatti Wallagga lixa keessaa fi naannoon Beeneshangul gum, tajaajila bilbilaa fi bittaa SIM akka hin arganne guutummaatti dhorkaa jira,haalli kunis uumanni Oromoo technology fayyadamuun mootummaa irratti wal kakaasaa jira sababaa jedhuun jiraattoti bilbilaa fi SIM kaardii argatanii akka hin bitannee sababaa dhorkeef jecha jiraattoti konkolaataan hamma magaalaa Naqamtee deemanii akka bitatan taasifamaa jira.

Haala kanaan hiriitti tajaajila bilbila bituu daran hammaachaa jira,jiraatoti godina adda addaa irraa gara magaalaa Naqamtee dhufuuf illee geejjibi gahaa akka hin jirre Qeerroon addeesse.

2 thoughts on “Wal Quunamtii Uummata Jidduu Kutuuf Jecha Dhaabbati Tajaajila Bilbila Itiyoophiyaa Godinoota Oromiyaa fi Beneshangul Gumz Tajaajila Bittaa Siim Kaardii Dhorkataa Jira.

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune Wal Quunamtii Uummata Jidduu Kutuuf Jecha Dhaabbati Tajaajila Bilbila Itiyoophiyaa Godinoota Oromiyaa fi Beeneshangul Gumuz Tajaajila Bittaa Siim Kaardii Dhorkataa Jira |

  2. Pingback: Ethiopia: “They Know Everything We Do”: Digital Attacks Intensify. #Oromia #Africa | OromianEconomist

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s