Guraandhala 26,2015 Goototni Qeerroon barattootni Oromoo Yuunivarsiitii Jimmaa, Kolleejjii barsiisota Jimmaa fi Magaalaa Jimmaa keessatti argaman diddaa siran cunqursaa Wayyaanee Jabeessuun guyyaa har’aa i hogganaa abbaa irree Wayyaanee TPLF/EPRDF kan ta’ee Abbooy Tsaayyee balaaleffachuun Magaalaa Jimmaa keessa nanna’uun Wallee Warraaqsaa … Continue reading Diddaan Qeerroo Yuuniversitii Jimmaa fi Kolleejjii Barsiitota Jimmaa Ummataa fi Poolisoota Oromoo Dabalatee Sadarkaa Jabaan Itti Fufe,Waraannii fi Humni Tika Wayyaanees Muddama Seene.
Copy and paste this URL into your WordPress site to embed
Copy and paste this code into your site to embed