Godina Kibba Lixaa Shaggar Magaalota Adda Addaa Keessatti Barruuleen Warraaqsaa Qeerroon Maxxanfaman.

Gurraandala 10,2015 Waliiso Magalaa Walisoo, Buusaa, Tajii, Asgorii,Tullubollo, Sabbataa fi bakkewwan adda addaa keessatti barruuleen warraaqsaa hedduun Qeerroo Bilisummaan maxxanfamuu gabaasi naannicha irraa nu gahe addeessa. Sochii Warraaqsa Bilisummaa ta’aa jiru daran jabeessuun dhadannoolee uumata onnachiisanii fi waamicha diddaa sirna … Continue reading Godina Kibba Lixaa Shaggar Magaalota Adda Addaa Keessatti Barruuleen Warraaqsaa Qeerroon Maxxanfaman.