Wallagga,Godina Horroo Guduruu Aanaa Jaardagaa Jaartee Keessatti FDG Humna Mootummaan ol Tahe Dhohe.

Gabaasa Qeerroo Aliboo Amajjii 26,2015 Mootummaan abbaa irree Wayyaanee Bara filannoo 2015 kana milkeessuudhaaf duula Kaardii fudhadhaa humnaan gaggeessaa jiraachuun isaa beekamaa dha. Haalli kunis Aanaa Jaardagaa Jaartee Magaala Jaardagaa fi Aliiboo keessatti daran hammaataa tahuu irraan darbee tajaajilawwan hawaasaa … Continue reading Wallagga,Godina Horroo Guduruu Aanaa Jaardagaa Jaartee Keessatti FDG Humna Mootummaan ol Tahe Dhohe.