Baha Oromiyaa Magaalaa Awwadaay Keessatti Filannoo Caamsaa Keessa Gaggeefamuuf Kadimamtoota Nama 7 Wayyaaneen Dhiheeffate Uummati Oromoo Diddaan Dura Dhaabate.

Gabaasa Qeerroo Amajjii 23,2015 Awadaay. Filannoo Caamsaatti gaggeeffamuuf kaadhimamtoota jechuun namoota Wayyaaneen dhiyeeffataa jirtu irratti mormiin uummataa mudate. Sirni abbaa irree Wayyaanee karaa lukkeewwan isaa OPDO godina Harargee bahaa magaalaa Awwadaayitti wal gahii gaafa Amajjii 21,2015 uummataa fi miseensota OPDO … Continue reading Baha Oromiyaa Magaalaa Awwadaay Keessatti Filannoo Caamsaa Keessa Gaggeefamuuf Kadimamtoota Nama 7 Wayyaaneen Dhiheeffate Uummati Oromoo Diddaan Dura Dhaabate.