Filannoon Dharaa Mirgaa fi Bilisummaa Hin Fidu, Jechuun Daraggoonni Adaamaa Kardii Filannoo Lagatan.

Gabaasa Qeerroo Adaamaa,Amajjii 16,2015 Filannoon baranaa uleedhan fudhatamuuf jira jedhu jiraattonni magaalaa Adaamaa fi naannawa ishee tokko tokko akkuma beekkamu filannoo bara kana adeemsifamuuf mootummaan Wayyaanee lafa jala yaalii akka hin moo’amneef olola garagaraa magaalaa hanga baadiyyaatti taasisaa jira. Yeroo … Continue reading Filannoon Dharaa Mirgaa fi Bilisummaa Hin Fidu, Jechuun Daraggoonni Adaamaa Kardii Filannoo Lagatan.