Uummanni Oromoo Godina Shaggar Kaabaa, Naannoo Garba Gurraachaa Jiraatan Sababaa Saamicha Lafti Qonnaan Bultootaa Irraan Kan Ka’e Walgayii Wayyaanee Lagatan!‏

Gabaasa Qeerroo Shaggar Kaabaa, Amajjii 8,2015 Shaggar gara kaabaa, aanaa Garba Gurraachaa irraa gabaasi Qeerroo akka ibsutti Amajjii gaafa 5 mootummaan Wayyaanee dhimma misooma guddina biyyaa jedhuu fi gumaacha hidhaa laga Abbaayiif hojjetoota isaa garagaraa uummata waliin magaala Garba Gurraachaa … Continue reading Uummanni Oromoo Godina Shaggar Kaabaa, Naannoo Garba Gurraachaa Jiraatan Sababaa Saamicha Lafti Qonnaan Bultootaa Irraan Kan Ka’e Walgayii Wayyaanee Lagatan!‏