Irreechi Malkaa Araaraa,Wallagga Naqamte Irratti Kabajame

Sadaasa 16,2014 Wallagga Naqamtee irratti gaggeeffame. Irreechi barana Sadaasa 16/2014 Malkaa Araaraa irratti tahekan Wallaggaa Leeqaa Naqamtee irratti taasifame uummata lixa shagarii fi Wallagga magaalaa Naqamtee fi barattoota yuuniversitii fimanneen barnootaa garagaraa guutummaatti kan hirmaachiseedha. Waggoota tokko dura kan gaggeeffame … Continue reading Irreechi Malkaa Araaraa,Wallagga Naqamte Irratti Kabajame