Mootummaan Wayyaanee Naannoo Beeneshangul Keessatti Duulla Farruummaa Barsiisota Oromoo Irratti Bane.

Ebla 20,2013 Asoosaa

Naannoo Beenishaangul Gumuz aanaa Sogee keessatti gocha farrummaa mootummaan wayyaanee qeee irraa buqqisuu gaggeessaa jiruun barsiisotni Oromoo addatti mana barumsaa Lakkuu Qumbii sadarkaa 1ffaa rakkoo hamaa keessatti kufan.Mootummaan wayyaanee qeee irraa uummata hojii investimentiif qeee irraa buqqisuu kan barate mana barumsaa Qumbii Sadarkaa 1ffaa buqqisuuf hojii dhaabbateen barsiisotaaf miindaa hin kaffalu jechaa mana isaan keessa jiraatanis buqqisee jira.Rakkoo kanaan barsiisotni mana barumsaa kanaa

1. Barsiisaa Habtaamuu Oljirraa

2. Barsiistuu Belaaynesh Boggaalee

3. Barsiisaa Amaluu Kumii

4. Barsiisaa Baatiree Culaa

5. Barsiisaa Olqabaa Tarfaa

Rakkoo kana keessatti kufanii jiran.Jala deemtotni mootummaa wayyaanee gocha farrummaa kanatti diina waliin ejjennoo walii tahuun itti jiran Obbo Biraanuu Mallasaa fi Obbo Fiqaaduu Koorsisaa dabballoota mootummaa wayyaanee tahan yoommuu tahu jarreen kun gocha farrummaa kana irraa hin dhaabbatan taanaan tarkaanfiin gatii isaanii madaalu akka isaan eegu qeerroon gabaasee jira.

2 thoughts on “Mootummaan Wayyaanee Naannoo Beeneshangul Keessatti Duulla Farruummaa Barsiisota Oromoo Irratti Bane.

  1. Pingback: Mootummaan Wayyaanee Naannoo Beeneshangul Keessatti Duulla Farruummaa Barsiisota Oromoo Irratti Bane | Fighting for Freedom and Equality

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s