Beeksisa Koree Qindeessituu Warraaqsa Ummata Oromoo (KQWUO)

Beeksisa Koree Qindeessituu Warraaqsa Ummata Oromoo  (KQWUO)

Muddee  27,2011

Koreen Qindeessituu Warraaqsa ummata Oromoo qabsoo ummata Oromoo bakkaan gahuuf jecha  har’aa fi booru osoo hin jenne,amma irraa eegallee warraaqsa ummata Oromoo Oromiyaa keessatti deemsisuuf qormaata hunda xumuratee ibsoota  fi labsoota wal jalaa boodaan baafachuuf deemu akka hordoftanii  ejjennoo fi murannoo keenya waliin akka dhaabbatan dhaammanna.

Koreen Qindeessituu Warraaqsa Ummata Oromoo  (KQWUO)

  1. Maanguddoota Oromoo Oromiyaa jiraatan
  2. Dubartoota Oromoo Oromiyaa jiraatan
  3. Hojjettoota Mootummaa Oromiyaa jiraatan
  4. Daldaltoota Oromoo Oromiyaa jiraatan
  5. Qotee bultoota Oromoo Oromiyaa jiraatan fi
  6. Qeerroo Bilisummaa abdii Oromootaa, Kan utubame tahuu beeksifna.

QBO Warraaqsa Ummata Oromoon

1 thought on “Beeksisa Koree Qindeessituu Warraaqsa Ummata Oromoo (KQWUO)

  1. beeksisi KQWUO kun baayyisee kan jajjabefamuuf amansiisaa ta’eedha. uumati oromoos qotee bulaa,daldalaa,barataa,barsiisaa utuu hin jedhin yoo harka wal qabannee kaane malee kaayyoon keenya yoomuu galma ga’uu hin danda’u kanaaf hundi keenya qabsoo irratti WBO qofa eeguu osoo hin taanee bakka jirutti kaanee wal kakaasuun kanaaf murannee haa kaanu barattootaafi qeerroo oromoo cina haa hiriirruun dhaamsa kooti

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s